Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/07.txt

1 line
391 B
Plaintext

\v 7 Filiiphoosis deebisee 'tokko tokkoon isaanii akka xiqoo xiqqoo argataniif, yoo biddeena diinaara dhibba lamaan binnellee wal isaan hin gahu ' jedheen. \v 8 Hordoftoota isaa keessaabtokko Indiriyaas, obbolleessi Simi'oon Pheexiroos Iyyasuusiin akkana jedhe. \v 9 'Gurbaan biddeena garbuu shaniifi qurxummii lama qabu tokko kunoo as-jira, garuu kun namoota kan hundaaf akkamitti gahaa?