\v 41 Ani nama irraa ulfina hin fudhadhu. \v 42 Isin garuu akka jaalala Waaqayyoo of keessaa hin qabne nan beeka.