Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/05/36.txt

1 line
413 B
Plaintext

\v 36 Dhuga ba'iinsiin ani qaba isa kan Yohaaniisii sana caala, hojiin akkan ani raawwadhuf Abbaan naa kenne, inniin ammayyuu jira kun akkan Abbaan na erge waa'ee koo dhugaa ba'a. \v 37 Abbaan inni na erges ofii isaatii waa'ee koo dhugaa ba'eerra. Isin sagalee isaas takkumaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine. \v 38 Isiin sababbii isa inni ergetti hin amanneef dubbi isaa kan isin keessatti hafe hin qabdan.