Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/05/01.txt

1 line
430 B
Plaintext

\c 5 \v 1 Kanaan booda ayyaana Yihuudotaatu ture. Iyyasuusis gara Iyyaruusaaleemitti ol-ba'e. \v 2 Iyyaruusaaleem keessa karra hoolaa bira bishaan afaan Armaayikootaatiin 'Beetazaataa' jedhamu tokko kan dafoowwan shan qabantuu ture. \v 3 Namoonni lakkofsaan baay'ee turan kanneen dhukkubsatan jaamoonni, hokkoloonni, laamshonni achi ciisu turan. \v 4 Maleekaan Gooftaas yeroo tokko tokko gad-bu'uun bishaan sana ni raasa ture. .