Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/31.txt

1 line
280 B
Plaintext

\v 31 Yammuma sana hordoftootni isaa "yaa Rabii (barsiisaa) mee waa nyaadhu" jechuun kadhatan. \v 32 Garu, Innis akkana isaaniin jedhe "ani nyaatan nyaadhu 'kan isin hin beeknen qaba.'" \v 33 Kanaafu hordoftootnis 'namatuu waan nyaata wayii isaaf fidemoo laata?" Waliin jedhan.