Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/11.txt

1 line
313 B
Plaintext

\v 11 Dubartiinis akkana jetteen, 'yaa gooftaa ati waan ittiin waraabduu hin qabdu, boollichiis gadi fagoodha, egaa bishaan jireenyaa kana essaa argatta? \v 12 Ati immoo Abbaa keenya Yaa'iqoob isa boolla kana nuuf kenne caaltaayyii? Inni mataa Isaa, Ijoolleefi horiin isaas boolluma kana keessaa dhuganii turan.'