Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/09.txt

1 line
405 B
Plaintext

\v 9 Dubartiin Samaariyaa sunis Iyyasuusiin 'ati otoo nama Yiihuudaa taatee jirtu akkamitti dhagaati ana dubbartii Samaariyaa gaafattaa?' jetteen. Yihuudonni warra Samaariyaa waliin walqunnamtii hinqaban turan. \v 10 Iyyasuusis deebisee 'kenna Waaqayyoofii inni waaniin dhugu naa kenni siin jedhu kun otoo eenyu akka ta'e beektee situu isa gaafata ture. Innis bishaan jireenyaa siif kenna ture' jedheen.