Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/02/20.txt

1 line
406 B
Plaintext

\v 20 Abbaa taayitootaa Yihuudotaas deebisanii 'mana qulqullummaa kan ijaaruuf waagoota afurtamaafi ji'a ja'a fudhate, ati immoo gara guyyaa sadii keessattiin "ol kaaftaa? "' jedhaniin. \v 21 ta'u malee, inni mana qulqullummaa kan jedhe garu waa'ee nafa isa dubbate ture. \v 22 Erga inni du'aa ka'ee booda hordoftootni isaa waan inni dubbatee ture yaadatanii kitaabaafi dubbii Iyyasuus dubbatetti amanan.