Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/02/09.txt

1 line
444 B
Plaintext

\v 9 cidha qopheesses bishaan gara daadhii wayinitti jijjiirame sana dhandhamatee ilaale, garu daadhiin wayinii eessaa akka dhufe hinbeekne ture (haa ta'u malee tajaajiltootni bishaan waraabani beeku ture.) Akkasumas mushirricha offitti waamee \v 10 akkana jedheen; 'namni hundi daadhii wayinii isa gaarii jalqabatti dhiyeesse, erga kessummoonni quufanii booda isa laafaa immoo dhiyeessa: ati garu daadhii isa gaarii hanga ammaatti tursiifte.