\v 13 Isaanis nama jaamaa ture sana gara Fariisotaa geessan. \v 14 Guyyaan itti Iyyasuus dhoqqee biyyeetiin ija namicha bane sanbata ture. \v 15 Fariisotnis ammas akkamitti akka arguu danda'e isa gaafatan; Inis 'dhoqqee biyyee ija koo dibe, anis nan dhiqadhe, nan arges' isaaniin jedhe