\v 17 Yeroo sadaffaadhaaf "yaa Simi'oon Ilma Yoonaa na jaalattaa?" jedheen. Pheexiroosis sababa Iyyasuus yeroo sdaffadhaaf na jaalattaa? jechuun isa gaafateef gaddee 'Gooftaa ati waan hundaa beekta' jedheen Iyyasuusis akkana jedheen "hoolota koo bobbaas" \v 18 Ani dhugaan siin jedhaa yeroo ati dagaggeessa turtetti ofuma keetiin mundhii kee hidhattaa, yeroo duloomtu garuu, harka kee dirirfata, namni biroos mindhii kee hidhee gara atii hin barbaadne si geessa.'