\v 25 'Akka Masiihiin dhufu, yammuu inni dhufus waan hunda akka nutti himu nan beeka' jetteen. \v 26 Iyyasuusis 'namni inni amma siin waliin haasayaa jiru kun isaa dha' jedheen.