\c 1 \v 1 Jalqabatti Sagalee ture. Sagalichis Waaqayyo waliin ture. Sagalichis Waaqayyo ture. \v 2 Innis jalqabumatti Waaqayyo waliin ture. \v 3 Waanti hundumtu Isaan uumame ; waanti ta`e hundu Isaan male tokkolle kan uumame hin jiru.