\v 36 Kunis akka waantii kitaaba keessatti 'lafee isaa keessaa tokkolleen hin cabu' jedhame sun akka raawwatamuuf ta'e. \v 37 Kana malees, kitaabni bakka biraatti 'isaan isa waraanan sun ni argu' jedha.