\c 16 \v 1 wantoota kanneen akka isin karaa irraa hin badneef jedheen isinitti himeera. \v 2 Isaanis mana sagadaa keessaa isin ni ari'u. Garuu yeroon namni isin ajeesu kamiyyuu akka waan Waaqa tajaajiluutti itti yaadu tokko ni dhufa.