\v 34 Akka wal jaalattaniif ani, ajaja haaraan isiniif kenna, akkuman ani isin jaaladheetti isinis akkasumatti wal-jaaladhaa. \v 35 Yoo isin wal-jaalattan namoonni hunduu akka isin hordoftoota koo taatan ni beeku.