\v 41 Isaayaasis wantoota kanneen sababa inni ulfina Iyyasuus argeefi waa'ee isaas dubbateef isaaniin jedhe. \v 42 ta'ullee, warra aangoi qaban keessaa baay'een Iyyasuusitti amanan, garuu sababa Fariisonni mana sagadaatti nu baasuu jedhanii sodaataniif akka amanan hin dubbanne. \v 43 Isaanis ulfina Waaqayyoo biraa dhufu caala ulfina nama biraa dhufu jaalatu turan.