\v 24 Maartaanis akkan isaan jetteen 'akka inni du'aaka'iinsa isa gaafa guyyaa dhumaatti ka'u nan beeka. \v 25 immoo du'aa ka'iinsiif jireenyi ana dha inni kan natti amanu yoo du'ellee ni jiraata. \v 26 Kan jiraatuuf kan natti amanu kamiyyuu gonkumaa hin du'u. Ati kana amantaa?