\v 45 Kana boodas eegdoni gara Luboota hangafootaafi gara Fariisotaatti warreen isaan erganitti deebi'anii dhufan 'Amliif isa as hin fidne' jedhanii eegdota gaafatan. \v 46 Eegdonnis akkan jedhanii deebisan 'namni kamiyyuu akka nama kanatti hin dubbatu.'