Thu Dec 16 2021 11:48:01 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 11:48:01 +03:00
parent 3f5c3c5931
commit f27bdcff80
4 changed files with 5 additions and 1 deletions

1
07/45.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 45 Kana boodas eegdoni gara Luboota hangafootaafi gara Fariisotaatti warreen isaan erganitti deebi'anii dhufan 'Amliif isa as hin fidne' jedhanii eegdota gaafatan. \v 46 Eegdonnis akkan jedhanii deebisan 'namni kamiyyuu akka nama kanatti hin dubbatu.'

1
07/47.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 47 Fariisotniis isaaniif deebisuun 'isinis ni gowwoomse jechuu dha' jedhaniin. \v 48 Namoota bulchootaa keessaa kan isaatti amananii yookiin Fariisotaa?. \v 49 Namootni kun isaan kan seera hin beekne kun abaaramoo dha

1
07/50.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 50 \v 51 \v 52 Niiqoodimoos (Fariisota keessaa inni tokko, kan kanaan dura isa bira dhufee ture) akkana isaaniin jedhe, 51'seerri keenya otoo isarraa hin dhaga'iin yookiin waan inni godhu otoo hin beekiiniin dura nama tokkotti murteessa? 52Isaanis 'ati nama Galiilaatii? 'akka Raajaan Galiilaa keessaa hin kaane qoradhuu irra ga'i' jedhaniin. Kana boodas hundi isaanii gara mana ofiitti deeman.

View File

@ -169,6 +169,7 @@
"07-37",
"07-39",
"07-40",
"07-43"
"07-43",
"07-47"
]
}