Thu Dec 16 2021 16:27:52 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 16:27:52 +03:00
parent 3f3b322287
commit ef60c11115
1 changed files with 1 additions and 0 deletions

1
09/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 muraasnis 'namni kun sababa sanbata hin eegnef namni kun Waaqa bira miti' jedhan. Kaan immoo 'namni cubbamaan tokko akkamitti mallattoo akkana hojjata?' jedhan. Kanaafuu walakaa isaaniitti wal-hiruu ta'e. \v 17 Kanaafu isaanis nama jaamaa ture deebisanii 'waan ija kaa baneef ati waa'ee nama kana maal jetta? jedhanii gaafatan. Namni jaamaa turees 'Inni raajaa dha' jedheen. \v 18 Yihuudootnis haga abbaa fi haadha nama agartuu isaa argate sana waaman: akka inni jaamaa ture fi akka inni agartuu isaa argate ammallee hin amanne.