diff --git a/01/14.txt b/01/14.txt new file mode 100644 index 0000000..3efd3be --- /dev/null +++ b/01/14.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 14 foon ta'ee ayyaanaafi dhugaadhaan guutamee jidduu keenya jiraate. Nutis ulfina isaa, ulfina ilmi tokkichi Abbaa isaa biratti qabu argine. \v 15 waa'ee isaa sagalee isaa olkaasee iyyuun dhugaa ba'ee, akkannas jedhe, 'Inni kun, isan ani waa'ee isaa 'Inni na duuba dhufu, na caala, na duras ture; \ No newline at end of file diff --git a/01/16.txt b/01/16.txt new file mode 100644 index 0000000..ee8f254 --- /dev/null +++ b/01/16.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 16 Guutumma isaa irraa hundi keenya ayyaanarratti ayyaan fudhanneerra. \v 17 karaa Museetiin keenname ture, ayyaaniifi dhugaan garuugaruuu kara Iyyasuus Kiristoosiin dhufe. \v 18 gonkumaa Waaqayyo kan arge hin jiru, garu ilmi isaa inni tokkichi Abbaa isaa bira jirutuu akka beekamu godhe. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 2aa0115..9f16eb6 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -40,6 +40,8 @@ "01-04", "01-06", "01-09", - "01-10" + "01-10", + "01-14", + "01-16" ] } \ No newline at end of file