Thu Dec 16 2021 23:47:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:47:23 +03:00
parent 7fc04b7f06
commit d863dc1015
4 changed files with 5 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 21 21Iyyasuus ammas deebisee 'nagaan isiniif haa ta'u, akkuma Abbaan koo na erge sanattii anis isin erga' jedheen. \v 22 22Iyyasuus waan kana jedheet, hafuura isaanitti baafatee, akkana isaaniin jedhe. Hafuura Qulqullu fudhadhaa. \v 23 23Cubbuu eenyumaatuu yoo dhiiftan, isaanii ni dhiifama, cubbuu enyumaatuu yo isiin hin dhiifneef, isaanii hin dhifamun.
\v 21 Iyyasuus ammas deebisee 'nagaan isiniif haa ta'u, akkuma Abbaan koo na erge sanattii anis isin erga' jedheen. \v 22 waan kana jedheet, hafuura isaanitti baafatee, akkana isaaniin jedhe. Hafuura Qulqullu fudhadhaa. \v 23 Cubbuu eenyumaatuu yoo dhiiftan, isaanii ni dhiifama, cubbuu enyumaatuu yo isiin hin dhiifneef, isaanii hin dhifamun.

1
20/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Toomaas inni Didiimoos jedhamee waamamu, kudha lamaan keessa tokko kan ta'e, yeroo Iyyasuus dhufeeyyu sana isaan waliin hin jiru ture. \v 25 Hordoofaan inni biroos achiis 'Nuri Gooftaa arginee jira'. Innis isaaniin 'amman madaa harka isaa isa mismaaraan waraaname argee, quba koos madaa mismaaraan waraaname keessa kaa'uutti hin amanu' jedheen

1
20/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 \v 27 26Guyyoota saddeettin booda hordoftootni isaa deebi'aan keessa turan, Toomaasis isaan waliin ture, Iyyasuus balballi cufaa otoo ta'e jiruu seenee walkaa isaanii dhaabatee 'nagaan isiniif haa ta'u' jedhe. 27Tomaasiinis 'quba keefidii harkoo koo ilaali harka kees asifidii cinaacha koo keessa gulchii kan amantee malee kan hin ammanne hin ta'iin' jedheen

View File

@ -391,6 +391,7 @@
"20-11",
"20-14",
"20-16",
"20-19"
"20-19",
"20-21"
]
}