Thu Dec 16 2021 22:13:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:13:23 +03:00
parent ca8997f0ff
commit d61a674b5d
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 6 Innis gara Simi'oon Pheexiroositti dhufe: Pheexiroosiis 'yaa Gooftaa situu miila koo na dhiqaa' jedheen. \v 7 Iyyasuusis deebiseef, akkanas jedheen 'waan ani hojjachaa jiru ati ama hin hubattu, booda garuu ni hubata.' \v 8Pheexiroosis akkana jedheen 'hin ta'u ati gonkumaa mila koo hin dhiqxuu.' Iyyasuusis deebise 'yoodhan ani si dhiqe malee ati na biratti qooda hin qabdu' jedheen. \v 9 9Simi'oon Pheexiroosis deebisee 'yaa Gooftaa yoos harka koofi mataa koos malee miila koo qofa hin ta'iin' jedheen.
\v 6 Innis gara Simi'oon Pheexiroositti dhufe: Pheexiroosiis 'yaa Gooftaa situu miila koo na dhiqaa' jedheen. \v 7 Iyyasuusis deebiseef, akkanas jedheen 'waan ani hojjachaa jiru ati ama hin hubattu, booda garuu ni hubata.' \v 8 akkana jedheen 'hin ta'u ati gonkumaa mila koo hin dhiqxuu.' Iyyasuusis deebise 'yoodhan ani si dhiqe malee ati na biratti qooda hin qabdu' jedheen. \v 9 Pheexiroosis deebisee 'yaa Gooftaa yoos harka koofi mataa koos malee miila koo qofa hin ta'iin' jedheen.

1
13/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 Iyyasuusis 'namni nafa isaa dhiqate tokko miila isaa qofa dhiqachuu qaba nafti isaa guutuun qulqulluudha.' jedheen. \v 11 eenyu dabarsee akka isa kennu waan beekuuf, sababa kanaaf 'isin hundi keessan qulqulluu miti jedheen.'

1
13/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Iyyasuus akkuma miila isaanii dhiqeen booda uffata isaa ufatee bakka isaatti deebi'ee taa'e, akkanas jedheen 'Waan ani isniif godhe hubbatu?' jedheen. \v 13 Isin Barsiisaa fi Gooftaa jettanii na waamtu sirriidhuma jettan, ani isum isin naan jettan sanaadha. \v 14 Egaa ergan ani Gooftaa fi Barsiisaa ta'e miila keessan dhiqee, isinis akkasuma miila waliin dhiquu qabdu. \v 15 Akkuman ani isiniif godhe kana isinis akka gootaniif ani fakkeenya isiniif kenneera.

View File

@ -285,6 +285,9 @@
"12-48",
"13-title",
"13-01",
"13-03"
"13-03",
"13-06",
"13-10",
"13-12"
]
}