Thu Dec 16 2021 22:05:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)
This commit is contained in:
parent
13ed4c2eeb
commit
d489f54bb1
|
@ -1 +1 @@
|
|||
\v 34 Namootni oomaanis deebisanii 'Nuseera irraa akka Masiihiin barabaraan jiraatuu dhageenyeerra, ati akkamiti: Ilmi Namaa Ol-ol jechuun qaba jechuu dandeessaree? Ilmi Namaa kunis eenyu dha?' jedhaniin. \v 35 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'ammallee ifti yeroo gabaabaaf isiin bira jira, kanaafuu akka dukkanni isin hin fudhanne, otoo ifa qabdanuu deddebi'aa. Namni inni dukkanaan deemu eessa akka deemu hin beeku. \v 36 36Ilmaan ifaa akka taataniif, otoo ifa qabdanuu, ifankanatti amanaa. Iyyasuus eega waantoota kanneen dubbatee booda achii deeme, isaan jalaas dhokate.
|
||||
\v 34 Namootni oomaanis deebisanii 'Nuseera irraa akka Masiihiin barabaraan jiraatuu dhageenyeerra, ati akkamiti: Ilmi Namaa Ol-ol jechuun qaba jechuu dandeessaree? Ilmi Namaa kunis eenyu dha?' jedhaniin. \v 35 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'ammallee ifti yeroo gabaabaaf isiin bira jira, kanaafuu akka dukkanni isin hin fudhanne, otoo ifa qabdanuu deddebi'aa. Namni inni dukkanaan deemu eessa akka deemu hin beeku. \v 36 ifaa akka taataniif, otoo ifa qabdanuu, ifankanatti amanaa. Iyyasuus eega waantoota kanneen dubbatee booda achii deeme, isaan jalaas dhokate.
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 37 Iyyasuus isaan fuulduratti mallattoolee baay'ee hoojjatullee, ammas isaan isatti hin amanne. \v 38 Kanaafuu dubbiin Isaayaas Raajicha, inni '"Yaa Gooftaa dhugaa ba'iinsa keenya eenyutuu amane? Irreen Gooftaas eenyuutti muldhate?"
|
|
@ -0,0 +1,6 @@
|
|||
\v 39 Sababa kanaaf usaan amanuu hin dandeenye, ammas Isaayaas
|
||||
akkana jedhe
|
||||
\v 40 "Inni ija isaan jaamse
|
||||
Onnee isaanis jabeesse
|
||||
Otoo ta'uu baatee ija isaaniitiin ni argu ture
|
||||
Onnee isaaniitiinis ni hubatu ture."
|
|
@ -275,6 +275,9 @@
|
|||
"12-25",
|
||||
"12-27",
|
||||
"12-30",
|
||||
"12-32"
|
||||
"12-32",
|
||||
"12-34",
|
||||
"12-37",
|
||||
"12-39"
|
||||
]
|
||||
}
|
Loading…
Reference in New Issue