Thu Dec 16 2021 21:31:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:31:23 +03:00
parent bdaaf6741c
commit cc960c7030
3 changed files with 6 additions and 1 deletions

2
10/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 32 Iyyasuusis 'ani hojiiwwan gaarii baay'ee kanneen Abbaa koo biraa ta'anin isinitti agarsiise. Hojiiwwan kanneen keessa sababa isaan kamiitiif dhagaan na dha'uuf kaaturee?' Jedheen.
\v 33 Yihuudootnis 'waanti dhagaa dhaan si dhoofnuuf, sababa ati hojii gaarii hojjattu kamiifuu miti, garu sababa ati waaqa arrabsituufi malee, ati otoo nama taatu. Waaqa of gootuufi' jedhaniin.

1
10/34.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 34 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'seera keessan keessatti isin waaqota "isiniin jedheera" jedhamee hin barrefamnee? \v 35 Inni erga warra dubbin Waaqaayyoo isaaniif dhufeef waaqoota jedhee isaan waame (barreefamnis cabu hin danda'u.) \v 36 Sababbi ani 'ani Ilma Waaqaati' jedheef, isin maaliif isabAbbaan qulqulleessa gara addunyaa kanaatti erge sanaan 'Ati Waaqa arrabsita naan jettu?

View File

@ -232,6 +232,8 @@
"10-17",
"10-19",
"10-25",
"10-27"
"10-27",
"10-32",
"10-34"
]
}