Thu Dec 16 2021 22:07:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:07:23 +03:00
parent d489f54bb1
commit c4f53dfac5
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
12/41.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 41 Isaayaasis wantoota kanneen sababa inni ulfina Iyyasuus argeefi waa'ee isaas dubbateef isaaniin jedhe. \v 42 ta'ullee, warra aangoi qaban keessaa baay'een Iyyasuusitti amanan, garuu sababa Fariisonni mana sagadaatti nu baasuu jedhanii sodaataniif akka amanan hin dubbanne. \v 43 Isaanis ulfina Waaqayyoo biraa dhufu caala ulfina nama biraa dhufu jaalatu turan.

1
12/44.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 44 Iyasuusis sagalee isaa ol-kaasuun 'Namni inni natti amanu ana qofatti otoo hin ta'iin isa na ergettis ni amana, \v 45 inni na erge isas ni erga.

1
12/46.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 46 addunyaa kanaatti akka ifaa ta'een dhufa, kanaafuu inni natti amanu eenyumtuu dukkana keessatti hin hafu. \v 47 Namni kamiyyuu yoo dubbii koo dhaga'ee garuu yoo isaan eeguu baate kan isatti murteessu anaa miti, addunyaatti murteessuuf waanin hin dhufneef, addunyaa fayyisuuf malee.

View File

@ -278,6 +278,9 @@
"12-32",
"12-34",
"12-37",
"12-39"
"12-39",
"12-41",
"12-44",
"12-46"
]
}