Thu Dec 16 2021 23:31:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:31:23 +03:00
parent 7f4c195799
commit c2b5443d9c
5 changed files with 9 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 14 14Guyyaan sunii guyyaa qophii torban faasigaa ture yeroon sunis naannoo sa'aatii ja'aa ture. Philaaxoosiis yihuudotaan 'mootiin keessan kunnootti'jedheen. \v 15 Garuu isaan moo 'dhabamsiis! dhabamsiis! isa fannisi! jechuun iyyan. Philaaxoosis 'mootii keessan haa fannisu ree?' jedhee gaafate. Luboonni hangafoonnis 'nuti Qeesaar malee mootii biraa hin qabnu' jedhanii deebisaniif. \v 16 Kanaaf Philaaxoos akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne.
\v 14 Guyyaan sunii guyyaa qophii torban faasigaa ture yeroon sunis naannoo sa'aatii ja'aa ture. Philaaxoosiis yihuudotaan 'mootiin keessan kunnootti'jedheen. \v 15 Garuu isaan moo 'dhabamsiis! dhabamsiis! isa fannisi! jechuun iyyan. Philaaxoosis 'mootii keessan haa fannisu ree?' jedhee gaafate. Luboonni hangafoonnis 'nuti Qeesaar malee mootii biraa hin qabnu' jedhanii deebisaniif. \v 16 Kanaaf Philaaxoos akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne.

1
19/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Isaanis Iyyasuus fuudhan, inni fannoo ofii isaa baadhatee bakka 'buqee mata afaan Armaayikootaatiin 'Golgootaa' jedhamuttu, ol-bahe. \v 18 Isaanis achitti Iyasuus fannisuuf, isa waliin namoota biroo lama bitaa fi mirgaan Iyyasuus walakaa isaanitti fannisan.

1
19/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Philaaxoosis barreeffama "IYYASUUS NAMA NAAZIREET MOOTII YIHUUDOOTAA" jedhee barreessee fannoo irratti maxxanse. \v 20 Bakka Iyyasuus itti fannifame magaalaatti waan dhiyio tureef Yihuudotni baay'ee ta'an barreeffama sana dubbisanii jiru, barreeffamichiis afaan Armaayiikii, Laatiinii fi Giriikiitiin barreeffame ture.

2
19/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 21 \v 22 21Luboonni hangafoonnis 'inni mootii Yihuudootaati' jettee hin barreessin ' jedhaniin
22Philaaxoosis 'ani waaniin barreessa, bareesseera' jedhee deebiseef.

View File

@ -371,6 +371,9 @@
"19-04",
"19-07",
"19-10",
"19-12"
"19-12",
"19-14",
"19-17",
"19-19"
]
}