Thu Dec 16 2021 22:19:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:19:23 +03:00
parent 062839606b
commit bf13a29d4a
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 25 \v 23 Hordoftoota isaa keessaa, inni Iyyyasuus jaalatu tokko minjaalicha irra bokko (cinaa) Iyyasuus ta'ee ture. \v 24 Simi'oon pheexiroosis isaan 'mee eenyuu jechuu isaa akka ta'e gaafadhu' gaafadhu jedheen nyaaraan itti hime.25Kanaafuu innis Iyyasuusitti hirkachuun 'yaa Gooftaa eenyu inni' jedheen.
\v 23 Hordoftoota isaa keessaa, inni Iyyyasuus jaalatu tokko minjaalicha irra bokko (cinaa) Iyyasuus ta'ee ture. \v 24 Simi'oon pheexiroosis isaan 'mee eenyuu jechuu isaa akka ta'e gaafadhu' gaafadhu jedheen nyaaraan itti hime. \v 25 Kanaafuu innis Iyyasuusitti hirkachuun 'yaa Gooftaa eenyu inni' jedheen.

1
13/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 Iyyasuusis deebisee 'innin ani bideena kutee waciitiin cuuphee afaan kaa'u inni isaa dha' jedheen. Haaluma kanaan inni biddeena kutee waciitiin cuuphee ilma Simi'oon Asqorotuu Yihuudaatiif kenne \v 27 Erga biddena fudhatee booda Seexanni isa keessa galee. Iyyasuusis 'waan gochuuf jortu dafii godhi' isaan jedhe.

1
13/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 28Warra mijaalarra nyaatatti dhiyaatan sana keessaa namni tokkollee waan Iyyasuus maliif akka waan kana isaan jedhu hin beekne. \v 29 29Sababa Yihuudaan qabdu qarshii (maallaqaa) ta'eef waan Iyyasuus 'ayyanichaaf waan nu barbaachisu biti' jedheen yookiin akka inni hiyyeeyyiif waa kennuuf' waan isatti hime isaanitti fakkaate. \v 30 30Yihuudaan akkuma biddeena sana fudhatee booda gad-ba'e, yeroon sunis halkan ture.

View File

@ -291,6 +291,8 @@
"13-12",
"13-16",
"13-19",
"13-21"
"13-21",
"13-23",
"13-26"
]
}