Thu Dec 16 2021 09:21:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:21:52 +03:00
parent 0b8b5c4581
commit bd3445bf50
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
01/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Fariisoota ergaman keessaa tokko tokko. \v 25 Akkana jechuun isa gaafatan 'ati erga Kiristoos yookaan Eliiyaas akkasumas raajicha hin taanee maliif cuuphxaree?'

1
01/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 akkana jedheet isaaniif deebise 'ani bishaaniinin cuupha, namni isin hin beekne garuu jidduu keessan dhaabate jira. \v 27 isa na duubaan dhufuu dha, kophee isaa hiikuufuu ga'uumsa hin qabu.' \v 28 Kun hundu kan ta'aa jiru Bitaaniyaa gama Yoordaanos bakka yohaanis itti cuupha jiru keessatti dha.

1
01/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 29 Guyyaa itti aanutti yohaanis otoo Iyyasuus gara isaatti dhufu argeeti akkana jedhee 'Ilaa hoolaa Waaqayyoo kan cubbuu biyya lafaa irraa dhabamsiisu. 30Inni isan ani na duubaan dhufa nadura jira ture, na caalas jedheedha. 31Anumtuu ofii kootii isa hin beekneen ture garu kaniin bishaaniin cuphaa dhufeef akka inni saba Israa'eelitti muldhatuufiidha.

View File

@ -44,6 +44,8 @@
"01-14",
"01-16",
"01-19",
"01-22"
"01-22",
"01-24",
"01-26"
]
}