diff --git a/17/24.txt b/17/24.txt index f023149..6d282d9 100644 --- a/17/24.txt +++ b/17/24.txt @@ -1 +1 @@ -\v 24 24Yaa Abbaa akka isaan ati naaf kennite kun bakkan ani jiru ana waliin akka jiraataniifi akka isaan ulfina koo isa ati otoo addunyaan hin uumamii iin dura sababa na jaalatteef naa kennitte akka argan nan barbaada. 25Yaa Abbaa isa qajeelaa, addunyaas si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis akka ati na ergite ni beeku. \ No newline at end of file +\v 24 Yaa Abbaa akka isaan ati naaf kennite kun bakkan ani jiru ana waliin akka jiraataniifi akka isaan ulfina koo isa ati otoo addunyaan hin uumamii iin dura sababa na jaalatteef naa kennitte akka argan nan barbaada. \ No newline at end of file diff --git a/17/25.txt b/17/25.txt new file mode 100644 index 0000000..0808f47 --- /dev/null +++ b/17/25.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 25 Yaa Abbaa isa qajeelaa, addunyaas si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis akka ati na ergite ni beeku. . \v 26 Jaalalli ati ittin na jaalatte isaan keessa akka jiraatuuf anis isaan keesa akkan jiraadhu, maqaan kees isaan biratti akka beekamu godheera, akka beekamuus nan godha. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 334d7bc..28ae896 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -346,6 +346,8 @@ "17-15", "17-18", "17-20", - "17-22" + "17-22", + "17-24", + "17-25" ] } \ No newline at end of file