Thu Dec 16 2021 23:07:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:07:23 +03:00
parent 7e49636fa1
commit a8771ce413
5 changed files with 8 additions and 1 deletions

1
17/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 18 Akkuma ati gara addunyaatti na ergiitettin anis gara addunyaatti isaan erga. \v 19 Isaaniif jechan ani ofi qulqulleessa. Kanaafuu akkanumattin isaanis dhugaadhaan ofqulqulleessu.

1
17/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 Ani isaan kana qofaaf si hin kadhaadhu,warra isaan dubbii isaaniitiin nat amananiifis maleen. \v 21 yaa Abbaa, akkuma ati ana keessa jirtu, fi anis si keessa jiru, akkasuma isaanis nu keessa haa ta'an, tokko haa taa'anis. Kunis ati na erguu kee addunyaan ni amanu.

1
17/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Akkum nuti tokko taane isaanis akka tokko ta'aniif ulfina ati anaaf kennite sana anis isaaniif kenneera. \v 23 Ani isaan keessa, atis na keessa, kunis akka isaan gara tokkummaa guutuuttii fiduufi kunis akka ati na ergiteefi na jaalatta akka isaanis jaalatte akka addunyaan beekuuf.

1
17/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 24Yaa Abbaa akka isaan ati naaf kennite kun bakkan ani jiru ana waliin akka jiraataniifi akka isaan ulfina koo isa ati otoo addunyaan hin uumamii iin dura sababa na jaalatteef naa kennitte akka argan nan barbaada. 25Yaa Abbaa isa qajeelaa, addunyaas si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis akka ati na ergite ni beeku.

View File

@ -343,6 +343,9 @@
"17-06",
"17-09",
"17-12",
"17-15"
"17-15",
"17-18",
"17-20",
"17-22"
]
}