Thu Dec 16 2021 10:21:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:21:52 +03:00
parent 16d28b3a1a
commit a3681f551e
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
05/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Sababa waantota kanneen guyyaa sanbataatiin hojjateef yihuudotni Iyyasuus hari'atan turan. \v 17 Iyyasuus akkan isaaniin jedhe "Abbaan koo hanga ammaatti hojjachhaat jira, aniis immoo kunoo hojjachaan jira.' \v 18 Egaa waa'ee sanbata cabseef qofa otoo hin ta'iin, sababbii inni ofii isaa Waaqaan walqixxeeseefi fi Waaqni Abbaa kooti jedheef yihuudoonni itti caalchiisuun isa ajjeesuuf barbaadan.

1
05/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Iyyasuusis 'dhugaa dhugaa isiiniin jedha 'ilmi ofii isaatiin waan tokkoollee gochuu hin danda'u, waanta Abbaan hojjatu yoo arge malee, waanta Abbaan godhu hunda akkasuma Ilmis ni hojata. \v 20 Abbaan Ilma ni jaalata; waan godhu hunaas itti agarsiisa, akka isin diniqfattaniifis hojii kana caalu itti agarsiisa.

1
05/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 \v 22 \v 23 21Akkuma Abbaan warra du'an kaasee jireenya ni kennaaf. 22Abbaan nama tokkottiyyuu hin murteesu, garuu murtii hunda Ilmaaf keenera. 23Kunis namni hundi akkama Abbaa ulfeessanitti Ilmaafis ulfina kennaniifi; Namni ilmaaf ulfina hin kenine Abbaa isa ilma erges hin ulfeessan.

View File

@ -109,6 +109,8 @@
"05-07",
"05-09",
"05-12",
"05-14"
"05-14",
"05-16",
"05-19"
]
}