Thu Dec 16 2021 23:11:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:11:23 +03:00
parent b11a726734
commit 9a83cd989a
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
18/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 18 \v 1 Iyyasuus erga kana dubbatee booda, hordoftoota isaa waliin ka'ee gara biraa gama Qeedaaritti bakka ashaakiltii ture tokkootti ce'enii innifi hordoftootni isaa achii keessa seenan. \v 2 Amma Yihuudaan, inni dabarsee isa kennuuf jedhuus immoo bekka Iyyasuus yeroo baay'ee hordoftoota isaa waliin walqunnamuu tana ni beeka ture. \v 3 Kanaafu Yihuudaan garee loltootaa, qondaaltoota lubootaa keessaa murasa fu Faisoota biraa deemee isaan dura bu'uun isaanis xamboora, faanosii fi meeshaa lolaa qabachu dhufan.

1
18/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 \v 5 4Iyyasuus, inni waan isarra ga'uuf jiru hunda beekeet, gadi ba'ee 'isin eenyu barbaadu? jedhee isaan gaafate. 5Isaanis 'Iyyasuus nama Naazireet' jedhanii deebisaniif. Iyyasuusis 'Ana dha 'jedheen. Yihuudaan, inni isa dabarsee kennes loltoota waliin dhaabata ture. Yammu Iyyasuus 'Ana dha' isaaniin jedhu, dugda-dubbatti lafatti kufan.

1
18/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 18

View File

@ -348,6 +348,8 @@
"17-20",
"17-22",
"17-24",
"17-25"
"17-25",
"18-title",
"18-01"
]
}