Thu Dec 16 2021 21:27:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:27:23 +03:00
parent 17a7c48ecd
commit 982ac84802
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 19 19Sababa dubbii kanaatiif ammas yihuudoota jidduutti garaagarummaan uumame. \v 20 Baay'een isaanis 'inni jinni qaba, maraateeras, isin maaliif isa dhageessu' jedhan. \v 21 21Isaan kaanis 'kun jecha nama jinniidhaan qabameetii miti, jinniin ija nama jaamaa ta'ee banuu ni danda'aa? jedhan
\v 19 Sababa dubbii kanaatiif ammas yihuudoota jidduutti garaagarummaan uumame. \v 20 Baay'een isaanis 'inni jinni qaba, maraateeras, isin maaliif isa dhageessu' jedhan. \v 21 kaanis 'kun jecha nama jinniidhaan qabameetii miti, jinniin ija nama jaamaa ta'ee banuu ni danda'aa? jedhan

1
10/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Yeroon sunii Iyyaruusaaleem keessatti 'Ayyaana kennaa' ture, innis ganna ture. \v 23 Iyyasuus mana qulqullummaa keessa dedeebi'a Salamoon keessa adeema ture. \v 24 Yihuudootnis isa marsanii, hanga yoomitti onnee keenya raraafta? Ati yoo Kiristoos taate ifatti baasii nutti himi' jedhaniin.

1
10/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Iyyasuusis 'Ani isinitti himeera, isin garuu hin amantan' isaaniin jedhee deebiseef. 'Hojiin suni, innin ani Maqaa Abbaa kootiitiin hojjadhu kun waa'ee koo dhugaa ba'a' isaanii jedhe. \v 26 Isin garuu hoolotaa koo waan hin taaneefbhin amantan.

View File

@ -229,6 +229,8 @@
"10-07",
"10-09",
"10-14",
"10-17"
"10-17",
"10-19",
"10-25"
]
}