Thu Dec 16 2021 09:41:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:41:52 +03:00
parent 8513301189
commit 93f42a7dab
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
03/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 3 \v 1 Farisoota keessaa ajajaa kan ta'e namni maqaa isaa Niqoodimoos jedhamutu ture. \v 2 Namichi kunis halkaniin gara Iyyaasuus dhufee akkana jedheen 'Yaa Rabbii, ati barsiisaa Waaqayyo biraa akka dhufte ni beekna, Yoo Waaqayyoo isa waliin ta'e malee, namni mallatto ati gootu kana gochuu danda'u gonkumaa hin jiru' jedheen.

1
03/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Iyyasuusis deebisee 'dhugaa dhugaa siin jedha namni yoo lammaffa dhalatee malee mootummaa Waaqayyoo argu hin danda'u' jedheen. \v 4 Niqoodimoosis 'namni erga dulloomee boodee akkamitti dhalachuu danda'aa? Gara garaa haadhaa isaatti lammaffaa deebi'ee dhalachuu danda'aayyii? jedheen.

1
03/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 \v 6 5Iyyasuusis deebisee "dhugaa dhugaa siin jedha namni bishaaniifi Hafuurarraa yoo hin dhalannee male gara mootummaa Waaqayyo galuu hin danda'u.' jedheen. 6Kan fooni irraa dhalate foonii dha, kan Hafuurarraa dhalate garuu hafuura.

View File

@ -66,6 +66,8 @@
"02-17",
"02-20",
"02-23",
"03-title"
"03-title",
"03-01",
"03-03"
]
}