Thu Dec 16 2021 23:43:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:43:23 +03:00
parent 9ff663f1e5
commit 7e4deec548
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 8 8Isaan booda hordofaan biraa inni jalqabatti awwaalicha bira ga'e sun keessa seene argee amane. \v 9 9Isaanis waan kitaabni akka Iyysuus jidduu wara du'anii keessaa akka ta'u dubbatu sana ammayyuu hin hubanne turan. \v 10 10Hordiftootnj sunis gara mana ofiitti deebi'an.
\v 8 Isaan booda hordofaan biraa inni jalqabatti awwaalicha bira ga'e sun keessa seene argee amane. \v 9 Isaanis waan kitaabni akka Iyysuus jidduu wara du'anii keessaa akka ta'u dubbatu sana ammayyuu hin hubanne turan. \v 10 Hordiftootnj sunis gara mana ofiitti deebi'an.

1
20/11.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 11 immoo garuu awwaala bira gara alaa dhaabatee boo'aa turte, otuma boochuus gadi jettee awwalicha keessa ilaalte. \v 12 Ishinis Malaakota Waaqaa lama uffata (huccuu) adii uffatan bakka reefi Iyyasuus kaa'amee ture sana inni tokko karaa mataarraan, inni biroo immo miila jalaan taa'anii argite. \v 13 Isaanis 'yaa dubartii maaliif boocha' jedhaniin. Ishiinis immoo 'Gooftaa koo fudhatanii jiru, eessa akka isa kaa'anis hin beeku' jetteen.

1
20/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 Otuma waan kana dubbattuu of-duuba gargalte Iyyasuus achi dhaabatee argitee, garuuIyyasuus ta'uu isaa hin beekne. \v 15 Iyyasuusis 'yaa dubartii maaliif boocha? Eenyuu barbaadda? jedheen. Ishiinis nama bakka ashaakiltii keessaa hojjatu isa seetee ('yaa gooftaa ati yoo isa fuutee jiraatte akkan ani deemee fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himi' jetteen.)

1
20/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 \v 18 16Iyyasuusis 'Maariyaam!' jedheen. \v 17 17Iyyasuus "ani ammallee sababan gara Abbaatti ol-hin baaneef ana hin xuqiin, garu obbolewwan koo bira deemii 'ani gara Abbaa kootiifi Abbaa keessaniittii, gara Waaqa kootiifi Waaqa keessaniittin ol-ba'a' jedheera jedhiitti isaanitti himi" jedheen. Ishiinis gara isaatti gatgaltee afaan Armaayikiitiin 'Rabbuunii! jetteen. Hiiknii isaas 'Barsiisaa' jechuu dha.

View File

@ -386,6 +386,9 @@
"19-40",
"20-01",
"20-03",
"20-06"
"20-06",
"20-08",
"20-11",
"20-14"
]
}