Thu Dec 16 2021 09:31:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:31:52 +03:00
parent 0df6d9212e
commit 7414ff649e
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
02/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 2 \v 1 Guyyaa sadiin booda kutaa Galiilaa magaalaa Qaanaa keessatti cidhatu ture, haati Iyyassusis achi turte. \v 2 Iyyassuusiifi hordoftooni isaa gara cidha sanaatti waamamanni turan.

1
02/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Yammuu daadhii wayinii dhumus haati Iyyaasuus 'jarri daadhii wayinii hinqaban' jetteen. \v 4 'ati dubartii maal godhi naan jetta? yeroon koo ammallee hin geenye 'jedheen. \v 5 Haati isaas tajaajiltootaan 'waan inni isiniin jedhu hunda godhaa'jetteen.

1
02/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 6 Akka sirna qulqullina Ayihudotaati gaanii waandhagaa ja'a achi dhaabatanii turan, tokko tokkoon isaaniis liitira 75 hanga 115 qabatu turan. \v 7 \v 8Iyyyasuusis tajaajiltootaan 'gaaniiwwan bishaaniin guuta' jedheen, isaanis amma irraan bahutti gaaniiwwan guutan

View File

@ -54,6 +54,9 @@
"01-40",
"01-43",
"01-46",
"01-49"
"01-49",
"02-title",
"02-01",
"02-03"
]
}