Thu Dec 23 2021 04:45:20 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-23 04:45:20 +03:00
commit 5050fab700
383 changed files with 790 additions and 1 deletions

1
01/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 1 \v 1 Jalqabatti Sagalee ture. Sagalichis Waaqayyo waliin ture. Sagalichis Waaqayyo ture. \v 2 Innis jalqabumatti Waaqayyo waliin ture. \v 3 Waanti hundumtu Isaan uumame ; waanti ta`e hundu Isaan male tokkolle kan uumame hin jiru.

1
01/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 Isa keessa ture; jireenyi kunis ifa namootaa ture. \v 5 Iftichis dukkana ibsa, dukkanichis isa hin injifatu.

1
01/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 6 Waaqayyo biraa kan ergame Yohaannis nama jedhamutu ture. \v 7 Innis akka namoonni hundinu amananif dhugaa bahuf dhufe. \v 8 Yohaannis waa`ee Ifaa dhugaa bahuf malee inni ofii isaatiin ifa hin ture

1
01/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 Ifichi inni dhugaa nama hundaaf ifusun gara biyya lafaa dhufa ture.

1
01/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 Innis biyya lafaa keesa ture biyyi lafaas isaan uumame, biyyi lafaa garuu isa hin beekne. \v 11 Innis gara isaaf ta`anii dhufe, sabni isaas garu isa hin simanne.

1
01/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Warra isa simatanifi maqaa isaattin amananiif hundaa garu Ilmaan Waaqayyoo akka ta'aniif aangoo kenneef. \v 13 Isaan kunis Waaqayyo Waaqayyoorraa male, dhiigarraa yookiin fedhii fooniirra akkasumas feedhii dhiiraarra hin dhalanne.

1
01/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 foon ta'ee ayyaanaafi dhugaadhaan guutamee jidduu keenya jiraate. Nutis ulfina isaa, ulfina ilmi tokkichi Abbaa isaa biratti qabu argine. \v 15 waa'ee isaa sagalee isaa olkaasee iyyuun dhugaa ba'ee, akkannas jedhe, 'Inni kun, isan ani waa'ee isaa 'Inni na duuba dhufu, na caala, na duras ture;

1
01/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Guutumma isaa irraa hundi keenya ayyaanarratti ayyaan fudhanneerra. \v 17 karaa Museetiin keenname ture, ayyaaniifi dhugaan garuugaruuu kara Iyyasuus Kiristoosiin dhufe. \v 18 gonkumaa Waaqayyo kan arge hin jiru, garu ilmi isaa inni tokkichi Abbaa isaa bira jirutuu akka beekamu godhe.

1
01/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Yihudoonni yammuu lubootaafi Leewata Iyyarusaaleemiraa gara Yohaannis 'ati eenyu?'jedhanii akka gaafatannif eergan. \v 20 Innis dhugaa ba'ee, utuu hin haalin 'Ani kiristoos miti. ' jedhe. \v 21 Isaanis 'yoos ati eenyuudha?' Eliyaasiidhaayyii? jedhanii gaafatan. Innis 'miti' jedhe.

1
01/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Isaanis 'yoos ati raajichaadhaa? jedhaniin. Innis 'miti' jedhe. Isaanis 'ega ati eenyudha? akka warra nu erganiif deebii akka kenninuuf ati waa'ee kee maal jetta? jedhaniin. \v 23 ''akkuma raajichi Isaayyas dubbatetti ani sagalee nama lafa onaatti 'Goftaaf karaa sirreessaa jedhee iyyuudha.'" jedheen.

1
01/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Fariisoota ergaman keessaa tokko tokko. \v 25 Akkana jechuun isa gaafatan 'ati erga Kiristoos yookaan Eliiyaas akkasumas raajicha hin taanee maliif cuuphxaree?'

1
01/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 akkana jedheet isaaniif deebise 'ani bishaaniinin cuupha, namni isin hin beekne garuu jidduu keessan dhaabate jira. \v 27 isa na duubaan dhufuu dha, kophee isaa hiikuufuu ga'uumsa hin qabu.' \v 28 Kun hundu kan ta'aa jiru Bitaaniyaa gama Yoordaanos bakka yohaanis itti cuupha jiru keessatti dha.

1
01/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 29 Guyyaa itti aanutti yohaanis otoo Iyyasuus gara isaatti dhufu argeeti akkana jedhee 'Ilaa hoolaa Waaqayyoo kan cubbuu biyya lafaa irraa dhabamsiisu. \v 30 isan ani na duubaan dhufa nadura jira ture, na caalas jedheedha. \v 31 Anumtuu ofii kootii isa hin beekneen ture garu kaniin bishaaniin cuphaa dhufeef akka inni saba Israa'eelitti muldhatuufiidha.

1
01/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 32 Yohaannis akkana jedhe dhugaa ba'e 'Ani Afuurii samidha otoo akka gugeetti (bullaallaatti) irratti gadi bu'ee isarra qubatun arge. \v 33 Inni akkan ani bishaaniis cuuphuuf kan na erge, otoo hafuurri gadbu'ee isarra qubatu argte sun, inni isa Hafuura Qulqulluun cuuphuudha jedhee otoo natti himu baatee anuu isa hin beekun ture. \v 34 Anu argeera, akka inni Ilma waaqaayyoo ta'es dhugaa ba'eera. 'Ani sagalee (dubbii) lafa onaa keessatti iyyuudha: 'Gooftaaf karaa nama sirressuudha.'

1
01/35.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 35 itti aanuus, Yahaaniis hordoftoota isaa kessaa lamaan isaanii waliin dabalee otoo achuma dhaabatee ture. \v 36 Isaanis otoo Iyyasuus achiraan darbaa jiru argan. Yohaannisis "ilaa hoolaa Waaqayyoo" jedhe.

1
01/37.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 37 isaa lamaanu waan inni dubbate kana dhaga'uun Iyyasuusiin hordofan. \v 38 gargaleet yammu Isa hordofan ilaaluun "maal barbaaduu?" jedhee gaafate. Isaanis 'Rabbii (Barsiisa jedhamuun hiikama) eesa jiraataa?' jedhaaniin. \v 39 Innis 'kootaa ilaalaa' jedheen. Akkasuma isaanis dhaqanii bakka inni jiraatu argan, guyyaa sanas isa waliin oolan, yeroon suniin gara sa'aatii kudhanii ture.

1
01/40.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 40 waan yohaannis dubbate dhaga'uun Iyyasuus hordofan lamaan saanii kessa tokko Indiriyaas obbolessa Simi'oon Pheexiroos ture. \v 41 Innis duraan dursee obboleesa isaa Simi'oon barbaadeen argun 'nut Masiihii (Kiristoos jedhamuun hikama) argine' jedheen. \v 42 Innis isaa gara Iyyasuusitti fide. Iyyasuusis isa ilaaluun 'ati Simi'oon ilma Yohaannis. Ati Kefaa (PheexiroosPheexiroos jedhamuun hikama) jedhamuun waamamta.

1
01/43.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 43 Guyyaa itti aanutti Iyyasuus gara Galiilaa dhaquu barbaadeet, Filiiphoos argee, 'na hordofi' jedheen. \v 44 Filiiphoos akkuma Indiriyaasiifi Pheexiroos nama magaalaa Beetasayidaa ture. \v 45 Filiiphoos Naatinaa'eel argee 'Isa Museen kitaaba seeraa keessatti waa'ee isaa barreesse, raajonnis immoo waa'ee isaa kan barressan, Ilma Yooseef. Iyyasuus nama Naazreet argineerra' jedheen.

1
01/46.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 46 'Naazreetii waantii gaariin bahuu danda'aa? ' jedheen; Filiiphoosiis 'kootuu ilaali' jedheen. \v 47 Naatnaa'eel gara isaa otoo dhufu argee 'Ilaa nama Israa'eel isa dhugaa, kan soba hin qabne' jedhee dubbate. \v 48 Naatnaa'eelis 'akkamitti na beekta? jechuun gaafate. Iyyassuus akkas jedheet deebise 'otoo Filiiphoossi hin waaminiin dura yammu ati muka harbuu jala jirtuun si arge' jedheen.

1
01/49.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 49 Naatnaa'eelis 'yaa Rabbi (Barsiisaa) ati Ilma Waaqayyooti ati Mootii Israa'eeliiti' jedheen. \v 50 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'ati sababiin ani muka harbuu jala osoo jirtuun si arge jedheef amante, mitii? waantoo kana caalan argita. \v 51 tti aansuunis akkana jedhe 'ani dhugaa, dhugaan isiniini jedha, samiin banamee Malaakonni Waaqayyoo ilma nama irra ba'aniifi bu'an ni argitu jedheen.

1
01/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonna 1

1
02/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 2 \v 1 Guyyaa sadiin booda kutaa Galiilaa magaalaa Qaanaa keessatti cidhatu ture, haati Iyyassusis achi turte. \v 2 Iyyassuusiifi hordoftooni isaa gara cidha sanaatti waamamanni turan.

1
02/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Yammuu daadhii wayinii dhumus haati Iyyaasuus 'jarri daadhii wayinii hinqaban' jetteen. \v 4 'ati dubartii maal godhi naan jetta? yeroon koo ammallee hin geenye 'jedheen. \v 5 Haati isaas tajaajiltootaan 'waan inni isiniin jedhu hunda godhaa'jetteen.

1
02/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 6 Akka sirna qulqullina Ayihudotaati gaanii waandhagaa ja'a achi dhaabatanii turan, tokko tokkoon isaaniis liitira 75 hanga 115 qabatu turan. \v 7 Iyyyasuusis tajaajiltootaan 'gaaniiwwan bishaaniin guuta' jedheen, isaanis amma irraan bahutti gaaniiwwan guutan \v 8 Innis 'amma irraa waraabaatii abbaa cidha qophesuu kannaa' jedhee tajaajiltoota ajaje. Isaanis akkasuma godhan.

1
02/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 cidha qopheesses bishaan gara daadhii wayinitti jijjiirame sana dhandhamatee ilaale, garu daadhiin wayinii eessaa akka dhufe hinbeekne ture (haa ta'u malee tajaajiltootni bishaan waraabani beeku ture.) Akkasumas mushirricha offitti waamee \v 10 akkana jedheen; 'namni hundi daadhii wayinii isa gaarii jalqabatti dhiyeesse, erga kessummoonni quufanii booda isa laafaa immoo dhiyeessa: ati garu daadhii isa gaarii hanga ammaatti tursiifte.

1
02/11.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 11 Iyyasuus mallattoo isa jalqabaa magaalaa Qaanaa kutaa Galiilaatti hojjatee ulfina isaas muldhisa, hordoftootni isaas isatti amanan.

1
02/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Kanaan booda Iyyasuus, haati isaa, obboloowwan isaafi hordoftootni isaa gara Qifirnaahoomitti gad bu'anii guyyoota muraasa qofa achi turan.

1
02/13.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 13 waan Faasiigaan Yihuudootaa dhiyaateef, Iyyasuus gara Iyyarusaaleemitti ol ba'e. \v 14 Mana Qulqullummaa keessatti warra sangoota, hoolotaafi booyyeewwan gurguraniif warra taa'anii diinaara (qarshii) waljijjiran arge.

1
02/15.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 15 Innis qaccee hojjachuunbhunda isaanii dabaltee mana qulqullumaa keessa ari'ee baase Diinara (qarshii) isaaniin jalaa bittineese, minjaala isaanis jalaa gargalche. \v 16 Warra booyyee gurguraniinis akkan jedhe, 'wantota kana hunda asii fageessaa, Mana Abbaa Kootiis mana daldalaa gochu dhiisaa.'

1
02/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 kana hordoftooni isaa ''Inaafaan mana keetii na guba " jedhamee kan barreeffame yaadatan. \v 18 Abbaan taayitaa Yihuudotaa deebisanii kana hunda waan gootuuf, mallattoon nutti agarsiiftu maaliidha jedhaniin. \v 19 Iyyasuusis ''Isin mana qulqullummaa kana diiga ani immoo deebiseen guyyaa sadi'iittin ijaara "jedheen.

1
02/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 Abbaa taayitootaa Yihuudotaas deebisanii 'mana qulqullummaa kan ijaaruuf waagoota afurtamaafi ji'a ja'a fudhate, ati immoo gara guyyaa sadii keessattiin "ol kaaftaa? "' jedhaniin. \v 21 ta'u malee, inni mana qulqullummaa kan jedhe garu waa'ee nafa isa dubbate ture. \v 22 Erga inni du'aa ka'ee booda hordoftootni isaa waan inni dubbatee ture yaadatanii kitaabaafi dubbii Iyyasuus dubbatetti amanan.

1
02/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 23 Amma yeroo inni ayyaana Faasiigaaf jedhee Iyyaruusaaleem keessa turetti namoonni baay'een mallattoo inni taasise arganii maqaa isaatti amanan. \v 24 Garu Iyyasuus sababbii hunda isaanii beekuuf isaan hin amanu ture. \v 25 Kanaafuu eenyumtu waa'ee biraa akaa isaaf dhuga ba'an hin barbaadu ture, nama keessa maal akka jiru waan beekuuf.

1
02/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonna 2

1
03/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 3 \v 1 Farisoota keessaa ajajaa kan ta'e namni maqaa isaa Niqoodimoos jedhamutu ture. \v 2 Namichi kunis halkaniin gara Iyyaasuus dhufee akkana jedheen 'Yaa Rabbii, ati barsiisaa Waaqayyo biraa akka dhufte ni beekna, Yoo Waaqayyoo isa waliin ta'e malee, namni mallatto ati gootu kana gochuu danda'u gonkumaa hin jiru' jedheen.

1
03/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Iyyasuusis deebisee 'dhugaa dhugaa siin jedha namni yoo lammaffa dhalatee malee mootummaa Waaqayyoo argu hin danda'u' jedheen. \v 4 Niqoodimoosis 'namni erga dulloomee boodee akkamitti dhalachuu danda'aa? Gara garaa haadhaa isaatti lammaffaa deebi'ee dhalachuu danda'aayyii? jedheen.

1
03/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 Iyyasuusis deebisee "dhugaa dhugaa siin jedha namni bishaaniifi Hafuurarraa yoo hin dhalannee male gara mootummaa Waaqayyo galuu hin danda'u.' jedheen. \v 6 Kan fooni irraa dhalate foonii dha, kan Hafuurarraa dhalate garuu hafuura.

1
03/07.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 7 Isan ani 'lammaffaa dhalachuu qabda' sin jedhen hin diniqfatiin. \v 8 Qilleensi gara barbaadetti qilleensa'aa, atis sagalee hursuu isaa dhageessa malee eessaa akka dhufuufi eessas akka dhaqu (deemu) hin beektu. Mamni Hafuurarraa dhalate hundinuus akkanuma.

1
03/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 Niqoodimoosis deebiseen 'kun akkamitti ta'uu danda'a' jechuun gaafate. \v 10 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'ati barsiisaa Israa'eel otoo taatee jirtuu waanta kana akka mitti hin beekne? \v 11 dhugaa sitti hima, nuti waan beeknu dubbanna, waa'ee waan arginees dugaa baana, isingaruu waan nuti dhugaa baane hin fudhattan.

1
03/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Yammuun waa'ee biyya lafaa isinitti himu yoo hin amaniin, waa'ee waan sami yammuun isinitti himu akkamitti amanturee? \v 13 Ilma namaa Isa samii dhaa gad-dhufe malee eenyumtuu gara samitti ol hin baane.

1
03/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 Museen lafa onaa keessatti akka bofa fannise sana ilmi namaas fannifamuu qaba. \v 15 Kunis akka namni isaatti amanu hundi jireenya barabaraa qabaatuudhaaf.

1
03/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Akka namni isatti amanu hundi jireenya barabaraa qabaatuuf malee akka hin bannee, Waaqayyo amma (hanga) ilma isaa tokkichaa kennutti akkasumaan addunyaa jaalateera. \v 17 Waaqayyo ilma isaa gara biyya lafaatti kan ergeef, addunyaattu murteesuuf otoo hin ta'iin itti amananii akka fayyaniifiidha. \v 18 Kan isatti amanu hunduu itti hin murteeffamu; kan isatti hin amaniin garu waan innibmaqaa tokkicha ilma Waaqayyootti hin amanneef itti murtaa'eera.

1
03/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Sababbiin murtiis kanadha, Ifti gara biyya lafaa dhufe, namoonnibgaruu ifarra dukkana jaalatu turee, sababniis hojiin isaanii hamaa waan ta'eefi. \v 20 Namni waan hamaa hojjatu hunduu ifa jibba, hojiin isaas akka hin muldhannee gara ifaatti hin dhufu. \v 21 ta'u male inni dhugaan deddeebi'u garu hojiin isaa Waaqayyoon akka hojjatame muldhisuuf gara ifaatti dhufa.

1
03/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Kanaan booda Iyyasuusiifi hordoftootni isaa gara biyya Yihuudoota deeman, achittis isaan waliin yeroo muraasa ture, ni cuuphas ture. \v 23 Yohaannisis naannoo saaleem bakka Heenoon jedhamutti bishaan baay'een waan jirtuuf ni cuupha ture. Namoonnis gara isaa dhufuun ni cuuphamu ture. \v 24 Kunis kan ta'e otoo Yohaannis gara mana hidhaatti hin darbamiin ture.

1
03/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Yammuu kanas hordoftoota Yohaanniis tokko tokkoofi Yihudii tokko jiddutti waa'ee sirna qulqullina irratti walmormiin uumame. \v 26 Isaanis gara Yohaannis dhaquun akkana jedhaniin 'yaa barsiisaa, namni siin waliin gama Yoordaanos ture kan ati waay'ee isaa dhugaa baateef sun kunoo ni cuuphaa, namoonni hundis gara isaa dhaqaat jiru 'jedhaniin.

1
03/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 Yohaannisis akkana jechuun deebise 'Namni yoo samii irraa isaaf kenname malee homaa fudhachuu hin danda'u. \v 28 Isin ofiin keessan akkan ani Kiristoosii mitti garuu isa dura kaniin ergame jedhee akkan dubbadhe dhugaa naaf baatu.

1
03/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 29 Mushiirroon kan mushirraati, Amma eegaa sagalee isaa dhaga'uuf miizeen mushirra bira dhaabatu garu yammuu sagalee isaa dhaga'uu baay'iseeti gamada. Egaa gammachuun kun kan kooti, innis amma raawwwatameera (fiixaan ba'eera). \v 30 Inni ol ol jechuu, ani garuu xiqqachuun qaba.

1
03/31.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 31 Inni olii dhufu waan hundumaatii oli inni lafaa immoo kanuma lafaati, waanuma lafaa dubbatas. Inni samii dha dhufu garuu waan hundaa oli. \v 32 waa'ee waan argeefi dhaga'ee dhugaa baha, garu waan inni dhugaa bahu namni fudhatu eenyumtuu hin jiru. \v 33 Namni inni dhugaa ba'uumsa isaa kana fudhate Waaqayyo akka dhugaa ta'e mirkaneeffata

1
03/34.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 34 Waaqayyo erge inni dubbii waaqayyoo dubbata. Waaqayyoos Hafuura safaree hin kennu. \v 35 Abbaan Ilma ni jaalata, waan hundumaas harka isaatti kennera. \v 36 Namni inni ilmatti amanun jireenya barabaraa qaba, namni Ilmatti hin amanne garu dallansuu Waaqayyootti isarra t'a malee jireenya Ilmaa hin argu '

1
03/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 3

1
04/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 4 \v 1 Fariisonni akka Iyyasuus Yohaaniis caala hordoftoota baayifachaa, cuphaas jiru dhaga'an. \v 2 Haa ta'u male hordoftoota isaa cuuphaa ture male Iyyasuus ofii isaatii hin cuuphne ture. \v 3 Innis Yiihuudaa gad lakkisuun gara Galiilaatti deebi'e.

1
04/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 Garuu isaafa Samaariyaa keessa darbuun barbaachiisaa ture. \v 5 Kanaafuu gara magaalaa Samaariyaa bakka Siikaar jedhamu, lafa Yaa'iqoob ilma isaa Yooseefiif kennetti dhiyoo ta'etti dhufe.

1
04/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 6 bishaanii kan Yaa'iqoob achi ture. Iyyasuus karaarraa kan ka'e waan dadhabeef boollicha qarqara taa'e yeroon isaas gara sa'atii ja'aa ture. \v 7 Samaariyaa tokkos bishaan waraabuu dhufte; Iyyasuusis 'Akkan dhuguuf bishaan xiiqoo naa kenni' jedheen. \v 8 Hordoftootni isaas nyaata bituuf gara magaalaa deeman ture.

1
04/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 Dubartiin Samaariyaa sunis Iyyasuusiin 'ati otoo nama Yiihuudaa taatee jirtu akkamitti dhagaati ana dubbartii Samaariyaa gaafattaa?' jetteen. Yihuudonni warra Samaariyaa waliin walqunnamtii hinqaban turan. \v 10 Iyyasuusis deebisee 'kenna Waaqayyoofii inni waaniin dhugu naa kenni siin jedhu kun otoo eenyu akka ta'e beektee situu isa gaafata ture. Innis bishaan jireenyaa siif kenna ture' jedheen.

1
04/11.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 11 Dubartiinis akkana jetteen, 'yaa gooftaa ati waan ittiin waraabduu hin qabdu, boollichiis gadi fagoodha, egaa bishaan jireenyaa kana essaa argatta? \v 12 Ati immoo Abbaa keenya Yaa'iqoob isa boolla kana nuuf kenne caaltaayyii? Inni mataa Isaa, Ijoolleefi horiin isaas boolluma kana keessaa dhuganii turan.'

1
04/13.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 13 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'namni bishaan kana dhugu hundu deebi'ee ni dheebota. \v 14 Garuu namni bishaan ani kennuuf dhugu kamiyyuu yoomumaa deebisee hin dheebotu, bishaan innin ani isaaf kennu isa keessatti burqaa bishaan jireenya barabaraaf burqa ta'a.

1
04/15.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 15 Dubartiinis 'yaa gooftaa akkan hin dheeboonnee fi akkan waraabuuf asitti hin deebinee bishaan sana naaf kenni' jetteen. \v 16 Iyyasuusis 'deemiiti dhirsa kee waamitti deebi'ii kootu jedheen.

1
04/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Ishiinis deebiftee akkana jetteen 'ani dhirsa hinqabu. Iyyasuusis deebisee 'dhirsa hinqabu jechuun kee sirrii dha.' \v 18 Sababnisaas 'kanaan dura dhirsoota shan qabda ture, ammas namni siin waliin jiru dhirsa keetii mitti. Waantii ati dubbatte dhugaadha.

1
04/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Dubartiinis akkana isaan jette 'yaa Gooftaa akka ati raajaa taaten arga. \v 20 Abbotiin keenya tulluu kana irratti sagadu turan, isin immo garuu bakki namootni sagaaduu qaban Iyyaruusaaleemiidha' jettu.

1
04/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 Iyyasuusis akkana ishii dhaan jedhe. 'Yaa dubartii na amanii, yeroo isiin tulluu kana irrattiis ta'ee Iyyaruusaaleemitti Waaqa Abbaatiif hin sagadnetuu dhufa. \v 22 Isiin waan hin beekneef sagaddu, nuti garu sababbii fayyinni Yiihudoota keessa dhufuuf waan beeknuuf sagadna.

1
04/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 23 dhugaan sagadan yeroon isaan itti haafuuraa fi dhugaan Waaqa Abbaaf sagadan tokko ni dhufa, ammayyuu dhufeera Abbaan warreen akkana kanneen isaaf sagadan barbaada.' \v 24 Waaqayyoo Hafuura, warri isaaf sagadanis hafuuraa fi dhugaadhaan ta'u qabu.

1
04/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 'Akka Masiihiin dhufu, yammuu inni dhufus waan hunda akka nutti himu nan beeka' jetteen. \v 26 Iyyasuusis 'namni inni amma siin waliin haasayaa jiru kun isaa dha' jedheen.

1
04/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 27Yeroodhumasana hordoftootni isaa deebii'anii dhufan. Isaanis Iyyasuus dubartii tokko waliin otoo haasayuu arganii diniqfatan. Garuu eenyumtuu 'maal barbaadaa? Yookiin maaliif ishii waliin haasofta?' Isa gaafate hin jiru ture.

1
04/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Dubartiin suniis ubboo (okkotee) bishaan ishii dhiftee gara magaalaatti deebi'uun namoota akkana jetteen \v 29 'kootaa, naman, waanin ani hojjadhe hunda natti hime tokko ilaala, inni Kiristoos ta'uu diidaalaata?' jetteen. \v 30 magaalicha keessaa ba'uun Iyyasuus bira dhufan.

1
04/31.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 31 Yammuma sana hordoftootni isaa "yaa Rabii (barsiisaa) mee waa nyaadhu" jechuun kadhatan. \v 32 Garu, Innis akkana isaaniin jedhe "ani nyaatan nyaadhu 'kan isin hin beeknen qaba.'" \v 33 Kanaafu hordoftootnis 'namatuu waan nyaata wayii isaaf fidemoo laata?" Waliin jedhan.

1
04/34.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 34 Iyyasuusis akkana jedheen "Nyaanni koo fedhii Isa na erge hojjachuu fi hojii isaa raawwachuu dha." \v 35 Isin 'ji'ota afurtu hafe, sana booda midhaan walitti qabna (sasaabna) jettu mitii? Ani isinittin hima akka midhaan bilchaatee walitti qabamuu (sasaabamu) ga'e ija keessan ol kaasaatti oorruu ilaalaa. \v 36 Inni walitti qabu (sasaabu) mindaa ofi ni argata firiis jireenya barbaraatiif walitti qabata, kunis akka inni facaaseefi walitti qabe (sasaabe) waliin gamadaniifi.

1
04/37.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 37 Kanaafu mammaaksa 'tokko ni facaasaa kaan immoo ni haama' jedhu dhugaadha. \v 38 Ani isiin waan itti hin dadhabnee akka haamtaniifiin isin erge. Warri kaan itti dadhabu isiin immoo gara firii dadhabbii isaaniitti galtan. '

1
04/39.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 39 dubartittin 'Inni waaniin ani hojjadhe hunda isa natti hime' jette waan dhugaa ba'uun gabaafteef namootni baay'een magaalaa Samaariyaa keessaa isaatti amanan. \v 40 Kanaafuu namoonni Samaariyaa yammuu gara isaa dhufan akka inni isaan waliin turuuf gaafatan, inni guyyoota lama achi ture.

1
04/41.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 41 dubbii isaatiifis namoonni biroo baay'een amanan. \v 42 Isaaniis dubartii dhaan 'kanaan booda waan ati nuun jetteef otoo hin ta'iin waan ofiin keenya dhageenyeef akka inni dhugaadhumaan fayyisaa addunyaa ta'u beekneerra' jedhaniin.

1
04/43.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 43 Guyyoota lamaan sana booda Iyyasuus bakka sana gad lakkisuun Galiilaa deeme. \v 44 Iyyasuus ofiin isaa akka raajni tokko biyya isaa keessatti ulfina hin qabu jedhee dubbatee turetti \v 45 yammuu inni Galiilaa dhufee tureetti warri Galiilaa isa simatan. Isaanis yeroo ayyaanaa gara Iyyarusaaleem deemanii waan turaniif, sababbii kanaan waan Iyyasuus ayyanicharratti hojjate hunda arganii jiru.

1
04/46.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 46 Iyyasuusis deebi'uun gara Qaanaa ishii Galiilaa keessaa bakka inni bishaan gara daadhii wayiniitti jijjiire deeme. Qifirnaahoom keessas qondaallii kanaan dura ilmi isaa dhukkubsate tokkotu ture. \v 47 Namni kuniis yammuu Iyyasuus Yihuudaa gara Galiilaa akka dhufe dhagahu isa bira deemuun gara isaatti gad dhufe ilma isaa isa gara dhu'aatti dhiyaatee akka fayyisuuf gaafate.

1
04/48.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 48 Akkasumas Iyyasuus 'Isin yoo mallattoofi dinqii argitan malee hin amantan'jedheen. \v 49 Qondaaltichiis 'yaa gooftaa otoo mucaan koo hin du'iin dafi koottu 'jedheen. \v 50 Iyyasuusis 'deemi ilmi kee fayyeera' jedheen. Namichis waan Iyyasuus isaan jedhetti amanuun deeme.

1
04/51.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 51 Otoo inni deemaa jiru tajaajiltootni isaa gara isaatti dhufuuf akka ilmi isaa fayye itti himan. \v 52 Innis sa'aatii mucaatti foyyaa'uu jalqabe isaan gaafate. Isaanis deebisuun akkana jedhaniin 'kalleessa sa'atti torbatti nafa gubaan isa dhiise 'jedhaniin.

1
04/53.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 53 Abbaanis akka yeroo sun sa'aatti Iyyasuus 'Ilmi kee fayyeera' isaan jedhe ta'uu hubate. Kanaafuu inniifi maatiin isaa hunduu amanan. \v 54 Egaa suun Iyyasuus Yihuudaadha bahe gara Galiilaa erga dhufe booda mallattoo isa lammaffaa inni hojjate ta'u dha.

1
04/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 4

1
05/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 5 \v 1 Kanaan booda ayyaana Yihuudotaatu ture. Iyyasuusis gara Iyyaruusaaleemitti ol-ba'e. \v 2 Iyyaruusaaleem keessa karra hoolaa bira bishaan afaan Armaayikootaatiin 'Beetazaataa' jedhamu tokko kan dafoowwan shan qabantuu ture. \v 3 Namoonni lakkofsaan baay'ee turan kanneen dhukkubsatan jaamoonni, hokkoloonni, laamshonni achi ciisu turan. \v 4 Maleekaan Gooftaas yeroo tokko tokko gad-bu'uun bishaan sana ni raasa ture. .

1
05/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 Raafama bishaanichaatiin booda namni jalqaba bishaan keessa seenee kamiyyuu dhibee qabu hunda irraa ni fayya. Namni waggaa soddomii seddeet dhukkubsate tokkoos achi ture \v 6 Iyyasuusis yammu namtichi achi ciisee argee akka yeroo dheeraafis achi ture yammuu hubatu akkana jedheen 'fayyuu barbaadaayyii?'

1
05/07.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 7 Dukkubsataan suniis 'yaa Gooftaa ani nama na gargaaree yammuu bishaan raafamu achi keessa naseensisu hin qabu yammuun yaaluus nama biraatu na dursee seena' jedheen. \v 8 Iyyasuusis 'ol-ka'i, siree kees qabadhu deddeebii.'

1
05/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 9Ennasuma fayyee siree isaa fudhatee deeme.' Guyyaan suniis sanbata ture.

1
05/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 Yihuudootni namicha fayyee sanaan 'hardhi sanbata, kanaafu siree kee baattattee deemuun siif hin eyyamamu' jedhaniin. \v 11 Inni garuu namichi na fayyise sun siree keen fudhadhuutii deemi naan jedhe' jedheen.

1
05/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Isaanis 'namninsiree kee fudhadhuutii deemi siin jedhe sun inni eenyu?' Jedhanii gaafatan. \v 13 Haa ta'uuti namichi fayye suun eenyu akka ta'e hin beekne ture, sababni isaa namootni bakka sanatti walitti qaban baay'ee waan turanif Iyyasuus dhokatee waan achii deemeefii.

1
05/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 Ergasii Iyyasuus namicha mana qulqulummaa keessatti argee, kunoo ati amma fayyiteetta, rakkinni kana caalu akka sira hin geenyeef ammaan achi cubbuu hin hojjatiin' jedheen. \v 15 Namichis deemee gara warra Yihuudootaa dhaqun kan isa fayyise Iyyasuus ta'u gabaaseef.

1
05/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Sababa waantota kanneen guyyaa sanbataatiin hojjateef yihuudotni Iyyasuus hari'atan turan. \v 17 Iyyasuus akkan isaaniin jedhe "Abbaan koo hanga ammaatti hojjachhaat jira, aniis immoo kunoo hojjachaan jira.' \v 18 Egaa waa'ee sanbata cabseef qofa otoo hin ta'iin, sababbii inni ofii isaa Waaqaan walqixxeeseefi fi Waaqni Abbaa kooti jedheef yihuudoonni itti caalchiisuun isa ajjeesuuf barbaadan.

1
05/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Iyyasuusis 'dhugaa dhugaa isiiniin jedha 'ilmi ofii isaatiin waan tokkoollee gochuu hin danda'u, waanta Abbaan hojjatu yoo arge malee, waanta Abbaan godhu hunda akkasuma Ilmis ni hojata. \v 20 Abbaan Ilma ni jaalata; waan godhu hunaas itti agarsiisa, akka isin diniqfattaniifis hojii kana caalu itti agarsiisa.

1
05/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 Akkuma Abbaan warra du'an kaasee jireenya ni kennaaf. \v 22 nama tokkottiyyuu hin murteesu, garuu murtii hunda Ilmaaf keenera. \v 23 namni hundi akkama Abbaa ulfeessanitti Ilmaafis ulfina kennaniifi; Namni ilmaaf ulfina hin kenine Abbaa isa ilma erges hin ulfeessan.

1
05/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Dhugaa, dhugaa namni inni dubbii koo dhagawu fi isa na erettis kan amanu jireenyaatti darbe malee.

1
05/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Dhugaa, dhugaa ani isinittan himaa, yeroo warrii du'an sagalee Ilma Waaqayyo itti dhagayan ni dhufa, innis ammumaa dha; issan warri dhagayanis ni jiraatu.

1
05/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 Abbaan jireenya of keessatti ofumaa qabu, akkasuma ilmis akka ofii isaatiin jireenya qabaatuu isaafis kenneeraaf. \v 27 Sababa inni Ilma Namaa ta'eefis akka inni murtii kennuu Abbaan aangoo isaaf kenneera.

1
05/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Waan kanaaf hin diniqfatiina, yeroo warrii awwaala keessa jiran hundi sagalee isa dhagayan ni dhufa. \v 29 Warrii waan gaarii hojjatan du'aa ka'iinsa jireenyaatiif warrii waan bodaa hojjatanis immoo du'aa ka'iinsa murtiitiif awwaala keessaa ni ba'u.

1
05/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 30 Ani ofii kootiin waan tokkollee gochuu hin danda'u garuu ani akkumman dhagawuttiin murteessa; ani fedhii isa na ergee malee fedhii ofii kootii waaniin hin barbaadneef murtiin koo qajeelaadha. \v 31 Ani yoo dhan waa'ee ofikootii dhugaa ba'e. Dhugaa ba'iinsi koo dhugaa miti. \v 32 Kan waa'ee koo dhugaa ba'u kan biroo ni jira, anis akka inni dhugaa ba'iinsa waa'ee koo kennu dhugaa ta'e nan beeka.

1
05/33.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 33 gara Yohaannisitti ergitanii jirtu: innis dhugaa dhaaf dhugaa ba'ee jira. \v 34 Kun garuu dhuga ba'iinsa namaa nan fudhadha jechaa miti. Waantota kanneen kanan jedhu akka isin fayyitaniifi. \v 35 Yohaannis ibsaa isa boba'aa ifu ture, isin immoo yeroo xiqqoof ifa isaatti gamaduu barbaaddan.

1
05/36.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 36 Dhuga ba'iinsiin ani qaba isa kan Yohaaniisii sana caala, hojiin akkan ani raawwadhuf Abbaan naa kenne, inniin ammayyuu jira kun akkan Abbaan na erge waa'ee koo dhugaa ba'a. \v 37 Abbaan inni na erges ofii isaatii waa'ee koo dhugaa ba'eerra. Isin sagalee isaas takkumaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine. \v 38 Isiin sababbii isa inni ergetti hin amanneef dubbi isaa kan isin keessatti hafe hin qabdan.

1
05/39.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 39 Isiin kitaaboota qulqullu qu'atu, sababni isaa jireenya barabaraa isaan keessaa arganna jettanii waan yaaddaniif, garuu Kitaabbotuma kanatuu waa'ee koo dhugaa ba'a. \v 40 Isin garuu jireenya argachuuf gara koo dhufuu hin barbaadan.

1
05/41.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 41 Ani nama irraa ulfina hin fudhadhu. \v 42 Isin garuu akka jaalala Waaqayyoo of keessaa hin qabne nan beeka.

1
05/43.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 43 Ani maqa Abbaa kootiitiinin dhufee, isin immoo na hin simanne. Isin wal irraa ulfina yoo fudhattan, ulfina isa Waaqayyoo tokkicha irraa dhufu garuu hin barbaadan. \v 44 Akkamitti amanuu dandeesu isin warrii wal irraa ulfina fudhattan ulfina isa Waaqayyo tokkicha irraa dhufu garuu hin barbaaddan.

1
05/45.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 45 Ani Abbaa fulduratti waaniin isin himadhu isinitti hin fakkaatiin. Kan isin himatu tokko jira, innis Musee isa isiin abdattanii dha. \v 46 Otoo Museetti amantanii, anattis ni amantubture, sababnis inni waa'ee koo waan barreesseef. \v 47 Waan inni barressetti yoo hin amaniin, hojii kootii akkamitti amanturee?

1
05/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 5

1
06/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 6 \v 1 booda Iyyasuus, gama galaana Galiilaa isa galaana Xibriyaadoos jedhamee waamamuutti ce'e. \v 2 Namootni baay'ee ta'anis sababa mallattoo inni warra dhukkubsatoota ta'an fayyisuudhaaf argisiise waan arganiif isa hordofan. \v 3 Iyyasuus hordoftoota isaa waliin gaaratti ol bahee ta'e.

1
06/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 yeroo kana Faasiigaan, ayyaani Yiihuudotaatuu dhiyaate ture.) \v 5 Yammuu Iyyasuus ija isaa olkaasuu namoonni baay'ee ta'an gara isaa dhufan arge, Filiiphoosiin; 'namoota kanaaf biddeena isaan nyaatan eessaa binaafi?' Jedheen \v 6 Iyyasuus garu Filliphoos) qoruuf kan jedhe inni ofuma isaatiin waan gochuu qabu ni beeka ture.

1
06/07.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 7 Filiiphoosis deebisee 'tokko tokkoon isaanii akka xiqoo xiqqoo argataniif, yoo biddeena diinaara dhibba lamaan binnellee wal isaan hin gahu ' jedheen. \v 8 Hordoftoota isaa keessaabtokko Indiriyaas, obbolleessi Simi'oon Pheexiroos Iyyasuusiin akkana jedhe. \v 9 'Gurbaan biddeena garbuu shaniifi qurxummii lama qabu tokko kunoo as-jira, garuu kun namoota kan hundaaf akkamitti gahaa?

1
06/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 Iyyasuusis 'namoota akka taa'an godhaa' jedheen. Bakka sanas margi baay'inaan jira ture, kanaafuu namoonnis ni tataa'an, lakkoofsi isaaniis dhiirri gara kuma shanii ture. \v 11 Iyyasuusis biddeena sana fuudhee erga galateesse booda warra taa'an sanaa hanga isaan barbaadan hire, qurxummis akkasuma godhe. \v 12 Erga namoonni quffanii booda innis hordoftoota isaatiin. 'Otoo waanti tokkollee hin hafiin hurraa'aa walitti sasaabaa ' jedheen.

Some files were not shown because too many files have changed in this diff Show More