From 4edb857174a43071ab2c5b437f09e79c144be8e3 Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Thu, 16 Dec 2021 14:24:20 +0300 Subject: [PATCH] Thu Dec 16 2021 14:24:18 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 09/03.txt | 2 +- 09/06.txt | 1 + 09/08.txt | 1 + manifest.json | 4 +++- 4 files changed, 6 insertions(+), 2 deletions(-) create mode 100644 09/06.txt create mode 100644 09/08.txt diff --git a/09/03.txt b/09/03.txt index 087e582..375138f 100644 --- a/09/03.txt +++ b/09/03.txt @@ -1 +1 @@ -3Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' 4Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. 5Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' \ No newline at end of file +\v 3 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' \v 4 Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. \v 5 Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' \ No newline at end of file diff --git a/09/06.txt b/09/06.txt new file mode 100644 index 0000000..fd54541 --- /dev/null +++ b/09/06.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 6 Erga Iyyasuus kana jedhee booda, lafatti tufee dhoqqee biyyee irraa hojjatee dhoqqe sana ija namichaa dibe.' \v 7 Innis nama sanaan 'deemii bakka cuuphaa Saliihoomitti (ka "ergame "jechuun hiikama) dhiqadhu' jedheen. Kanaafu namichis dhaqeedhiqatee argaa deebi'ee dhufe \ No newline at end of file diff --git a/09/08.txt b/09/08.txt new file mode 100644 index 0000000..1c9d277 --- /dev/null +++ b/09/08.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 8 Ennasuma olloonni fi namoonni duraan otoo inni kadhatuu isa argan, 'namni kun isuma taa'ee kadhataa ture sanaadhaa mitu? jedhan. \v 9 Muraasnis 'Ini isaa dha' jedhan. Kaan immoo 'miti, garuu inni isa fakkaata' jedhan. Garuu inni 'Inni ana dha' jedhe. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 552fb76..40741d7 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -210,6 +210,8 @@ "08-54", "08-57", "09-title", - "09-01" + "09-01", + "09-03", + "09-08" ] } \ No newline at end of file