diff --git a/09/03.txt b/09/03.txt index 087e582..375138f 100644 --- a/09/03.txt +++ b/09/03.txt @@ -1 +1 @@ -3Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' 4Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. 5Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' \ No newline at end of file +\v 3 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' \v 4 Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. \v 5 Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' \ No newline at end of file diff --git a/09/06.txt b/09/06.txt new file mode 100644 index 0000000..fd54541 --- /dev/null +++ b/09/06.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 6 Erga Iyyasuus kana jedhee booda, lafatti tufee dhoqqee biyyee irraa hojjatee dhoqqe sana ija namichaa dibe.' \v 7 Innis nama sanaan 'deemii bakka cuuphaa Saliihoomitti (ka "ergame "jechuun hiikama) dhiqadhu' jedheen. Kanaafu namichis dhaqeedhiqatee argaa deebi'ee dhufe \ No newline at end of file diff --git a/09/08.txt b/09/08.txt new file mode 100644 index 0000000..1c9d277 --- /dev/null +++ b/09/08.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 8 Ennasuma olloonni fi namoonni duraan otoo inni kadhatuu isa argan, 'namni kun isuma taa'ee kadhataa ture sanaadhaa mitu? jedhan. \v 9 Muraasnis 'Ini isaa dha' jedhan. Kaan immoo 'miti, garuu inni isa fakkaata' jedhan. Garuu inni 'Inni ana dha' jedhe. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 552fb76..40741d7 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -210,6 +210,8 @@ "08-54", "08-57", "09-title", - "09-01" + "09-01", + "09-03", + "09-08" ] } \ No newline at end of file