Thu Dec 16 2021 09:53:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:53:52 +03:00
parent 9b4c7ac875
commit 4d50e95f89
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\c 4 \v 1 Fariisonni akka Iyyasuus Yohaaniis caala hordoftoota baayifachaa, cuphaas jiru dhaga'an. \v 2 Haa ta'u male hordoftoota isaa cuuphaa ture male Iyyasuus ofii isaatii hin cuuphne ture. 3Innis Yiihuudaa gad lakkisuun gara Galiilaatti deebi'e.
\c 4 \v 1 Fariisonni akka Iyyasuus Yohaaniis caala hordoftoota baayifachaa, cuphaas jiru dhaga'an. \v 2 Haa ta'u male hordoftoota isaa cuuphaa ture male Iyyasuus ofii isaatii hin cuuphne ture. \v 3 Innis Yiihuudaa gad lakkisuun gara Galiilaatti deebi'e.

1
04/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 Garuu isaafa Samaariyaa keessa darbuun barbaachiisaa ture. \v 5 Kanaafuu gara magaalaa Samaariyaa bakka Siikaar jedhamu, lafa Yaa'iqoob ilma isaa Yooseefiif kennetti dhiyoo ta'etti dhufe.

1
04/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 6 bishaanii kan Yaa'iqoob achi ture. Iyyasuus karaarraa kan ka'e waan dadhabeef boollicha qarqara taa'e yeroon isaas gara sa'atii ja'aa ture. \v 7 Samaariyaa tokkos bishaan waraabuu dhufte; Iyyasuusis 'Akkan dhuguuf bishaan xiiqoo naa kenni' jedheen. \v 8 Hordoftootni isaas nyaata bituuf gara magaalaa deeman ture.

View File

@ -81,6 +81,9 @@
"03-29",
"03-31",
"03-34",
"04-title"
"04-title",
"04-01",
"04-04",
"04-06"
]
}