diff --git a/13/16.txt b/13/16.txt new file mode 100644 index 0000000..5fed7e9 --- /dev/null +++ b/13/16.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 16 Dhugaan, dhugaa isinitti hima tajaajilaan gooftaa isaa hin caaluu, ergamaanis kan isa erge hin caalu. \v 17 Egaa yoo waan kana beektan, yoo raawwatanis isin eebiifamoodha. \v 18 waa'ee hunda keessanii dubbachuuf miti, ani warran isaan filadhe beeka, kun garuu akka kitaaba keessatti 'Inni biddeena koo nyaate inni koomee isaa ol-natti fudhata' jedhamee berreefamee sun akka raawwatamuuf. \ No newline at end of file diff --git a/13/19.txt b/13/19.txt new file mode 100644 index 0000000..7d467bf --- /dev/null +++ b/13/19.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 19 Isin yammuu inni raawwatamutti akka 'Inni Ana ta'e akka amantaniif otoo inni hin raawwatamiin amma isinittin hima. \v 20 Dhugaa, dhugaa isiniin jedha, kan naman ani erge siimatu eenyumtuu na simata, kan simatu enyumtuus isa na erges ni simata.' \ No newline at end of file diff --git a/13/21.txt b/13/21.txt new file mode 100644 index 0000000..eb0f83a --- /dev/null +++ b/13/21.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 21 \v 22 21Iyyasuus erga kana dubbatee booda hafuuraan dhiphate, Ani dhugaa, dhugaa isiniin jedha isin keessaa tokko dabarseet na kenna' jedhe. 22Hordoftootni akka inni waa'ee eenyuu akka dubbate, waan hin beekneef wal-ilaalan. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 3b64d2f..32b68c9 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -288,6 +288,8 @@ "13-03", "13-06", "13-10", - "13-12" + "13-12", + "13-16", + "13-19" ] } \ No newline at end of file