Thu Dec 16 2021 10:33:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:33:52 +03:00
parent 0a33fd5615
commit 27e29b0b6f
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
06/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 6 \v 1 booda Iyyasuus, gama galaana Galiilaa isa galaana Xibriyaadoos jedhamee waamamuutti ce'e. \v 2 Namootni baay'ee ta'anis sababa mallattoo inni warra dhukkubsatoota ta'an fayyisuudhaaf argisiise waan arganiif isa hordofan. \v 3 Iyyasuus hordoftoota isaa waliin gaaratti ol bahee ta'e.

1
06/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 yeroo kana Faasiigaan, ayyaani Yiihuudotaatuu dhiyaate ture.) \v 5 Yammuu Iyyasuus ija isaa olkaasuu namoonni baay'ee ta'an gara isaa dhufan arge, Filiiphoosiin; 'namoota kanaaf biddeena isaan nyaatan eessaa binaafi?' Jedheen \v 6 Iyyasuus garu Filliphoos) qoruuf kan jedhe inni ofuma isaatiin waan gochuu qabu ni beeka ture.

1
06/07.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 7 \v 8 \v 9 7Filiiphoosis deebisee 'tokko tokkoon isaanii akka xiqoo xiqqoo argataniif, yoo biddeena diinaara dhibba lamaan binnellee wal isaan hin gahu ' jedheen. 8Hordoftoota isaa keessaabtokko Indiriyaas, obbolleessi Simi'oon Pheexiroos Iyyasuusiin akkana jedhe. 9'Gurbaan biddeena garbuu shaniifi qurxummii lama qabu tokko kunoo as-jira, garuu kun namoota kan hundaaf akkamitti gahaa?

View File

@ -124,6 +124,8 @@
"05-41",
"05-43",
"05-45",
"06-title"
"06-title",
"06-01",
"06-04"
]
}