Thu Dec 16 2021 21:51:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:51:23 +03:00
parent be51e2a5d3
commit 27d76ee349
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
11/54.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 54 Kanaafuu Iyyasuus kana booda Yihuudota jidduu ifatti deddeebi'uu ni dhaabe, garu achii gad lakkisee gara magaalaa Efreem ishii lafa onaatti dhiyoo taate deeme, hordoftootni isaas waliin achi turan. \v 55 Ayyaanii Faasiigaan Yihuudotaa amma waan dhiyaateef namootni baay'een otoo faasigaan hin ga'iin dura of qulqulleesuuf jecha biyyaa gara Iyyaruusaaleem deeman.

1
11/56.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 56 Isaanis Iyyasuus barbaadaa turan, mana qulqullumma keessaas dhabatanii 'isin maal yaaduu? Inni gara ayyana kana hin dhufuu? waliin jedhan. \v 57 Lubootni hangafootnii fi Fariisotni garu Iyyasuus qabuuf jedhanii namni kamiyyuu bakka inni jiru beeka yoo jiraate akka isaaniif gabaasuu ajaja kennan.

1
12/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 12

View File

@ -258,6 +258,9 @@
"11-45",
"11-47",
"11-49",
"11-51"
"11-51",
"11-54",
"11-56",
"12-title"
]
}