Thu Dec 16 2021 10:43:52 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:43:52 +03:00
parent 573437fec9
commit 2414735b9b
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
06/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'dhugaa dhugaa isiniin jedha isin kan na barbaaddaniif sababa mallattoo argitaniif otoo hin taane, garuu sababa biddeena nyaataanii quuftaniifi. \v 27 Nyaata baduuf hin hojjatina, nyaata jireenya barabaraatiif jiraatu kan Ilma Namaa isiniif kennuuf hojjadhaa malee, kanaafis Waaqni Abbaa isaa irratti chaappeseera.

1
06/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Akkasumaan isaaniis 'Maal gochuu qabna, akka hojii Waaqayyo hojjanuu' iIsaan jedhan. \v 29 Iyyasuusis deebisuun 'isa inni ergetti amanuun keessan kun hojii Waaqayyooti' jedheen.

1
06/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 30 Kanaafuu isaaniis akkana isaan jedhan 'akka arginee si amannuuf mallattoo maalii hojjata? \v 31 Akka 'nyaataaf samii irraa biddeena isaaniif kenne' jedhamee barreeffame, abbootiin kenya lafa onaatti Mannaa nyaatan'

View File

@ -133,6 +133,9 @@
"06-16",
"06-19",
"06-22",
"06-24"
"06-24",
"06-26",
"06-28",
"06-30"
]
}