diff --git a/01/35.txt b/01/35.txt new file mode 100644 index 0000000..b95ccd3 --- /dev/null +++ b/01/35.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 35 itti aanuus, Yahaaniis hordoftoota isaa kessaa lamaan isaanii waliin dabalee otoo achuma dhaabatee ture. \v 36 Isaanis otoo Iyyasuus achiraan darbaa jiru argan. Yohaannisis "ilaa hoolaa Waaqayyoo" jedhe. \ No newline at end of file diff --git a/01/37.txt b/01/37.txt new file mode 100644 index 0000000..3d2358c --- /dev/null +++ b/01/37.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 37 isaa lamaanu waan inni dubbate kana dhaga'uun Iyyasuusiin hordofan. \v 38 gargaleet yammu Isa hordofan ilaaluun "maal barbaaduu?" jedhee gaafate. Isaanis 'Rabbii (Barsiisa jedhamuun hiikama) eesa jiraataa?' jedhaaniin. \v 39 Innis 'kootaa ilaalaa' jedheen. Akkasuma isaanis dhaqanii bakka inni jiraatu argan, guyyaa sanas isa waliin oolan, yeroon suniin gara sa'aatii kudhanii ture. \ No newline at end of file diff --git a/01/40.txt b/01/40.txt new file mode 100644 index 0000000..4b2c075 --- /dev/null +++ b/01/40.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 40 waan yohaannis dubbate dhaga'uun Iyyasuus hordofan lamaan saanii kessa tokko Indiriyaas obbolessa Simi'oon Pheexiroos ture. \v 41 Innis duraan dursee obboleesa isaa Simi'oon barbaadeen argun 'nut Masiihii (Kiristoos jedhamuun hikama) argine' jedheen. \v 42 Innis isaa gara Iyyasuusitti fide. Iyyasuusis isa ilaaluun 'ati Simi'oon ilma Yohaannis. Ati Kefaa (PheexiroosPheexiroos jedhamuun hikama) jedhamuun waamamta. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index d59331b..74d614f 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -48,6 +48,9 @@ "01-24", "01-26", "01-29", - "01-32" + "01-32", + "01-35", + "01-37", + "01-40" ] } \ No newline at end of file