Thu Dec 16 2021 09:49:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:49:52 +03:00
parent af1f3d157d
commit 13f167f4ec
5 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
03/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Yammuu kanas hordoftoota Yohaanniis tokko tokkoofi Yihudii tokko jiddutti waa'ee sirna qulqullina irratti walmormiin uumame. \v 26 Isaanis gara Yohaannis dhaquun akkana jedhaniin 'yaa barsiisaa, namni siin waliin gama Yoordaanos ture kan ati waay'ee isaa dhugaa baateef sun kunoo ni cuuphaa, namoonni hundis gara isaa dhaqaat jiru 'jedhaniin.

1
03/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 Yohaannisis akkana jechuun deebise 'Namni yoo samii irraa isaaf kenname malee homaa fudhachuu hin danda'u. \v 28 Isin ofiin keessan akkan ani Kiristoosii mitti garuu isa dura kaniin ergame jedhee akkan dubbadhe dhugaa naaf baatu.

1
03/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 29 Mushiirroon kan mushirraati, Amma eegaa sagalee isaa dhaga'uuf miizeen mushirra bira dhaabatu garu yammuu sagalee isaa dhaga'uu baay'iseeti gamada. Egaa gammachuun kun kan kooti, innis amma raawwwatameera (fiixaan ba'eera). \v 30 Inni ol ol jechuu, ani garuu xiqqachuun qaba.

1
03/31.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 31 Inni olii dhufu waan hundumaatii oli inni lafaa immoo kanuma lafaati, waanuma lafaa dubbatas. Inni samii dha dhufu garuu waan hundaa oli. \v 32 \v 33 Innis waa'ee waan argeefi dhaga'ee dhugaa baha, garu waan inni dhugaa bahu namni fudhatu eenyumtuu hin jiru. 33Namni inni dhugaa ba'uumsa isaa kana fudhate Waaqayyo akka dhugaa ta'e mirkaneeffata

View File

@ -76,6 +76,8 @@
"03-14",
"03-16",
"03-19",
"03-22"
"03-22",
"03-27",
"03-29"
]
}