Thu Dec 16 2021 11:32:01 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 11:32:01 +03:00
parent c6774b6c1a
commit 104e069eff
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
07/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 30 Isaaniis isa qabuuf yaalan, garuu yeroon isaa waan hin geenyeef namni tokkollee herka isaa irra diriirsee qabuu hin dandeenye. \v 31 Ta'uus namootni baay'een isatti amanan isaanis akkan jedhan 'Yammuu Kiristoos dhufu mallattoo namni kun agarsiise caala agarsiisa laata?' jedha. \v 32 Fariisootnis otoo namoonnii waantoota kanneen waa'ee Iyyasuus amatanuu dhaga'an. Luboonni hangafootniifi Fariisotni akka Iyyasuus qabanii eegdota mana qulqullina isatti erga.

1
07/33.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 33 Iyyasuusis 'Ani amma ammaatti yeroo gabaabaa isin waliinin jira, kanaan booda gara isa na ergen deema. \v 34 Isinis na barbaaddu, garuu na hin argitan bakkan ani jirus dhuf hin dandeessan' jedheen

2
07/35.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 35 \v 36 35Yihuudootnis ofumasaaniitiin akkana waliin jedha 'namni kun akka nuti isa arguu hin dandeenyeef eessa dhaqaa? Gara saba warra Giriikota keessa fafaca'anii deemee Giriikota barsiisuu barbaadeemoo?
36Dubbiin kun kan inni jedhu maaliidha? 'Isin na barbaadu garu na argu hin dandeessan, bakka ani jirus dhufu hin dandeessan jechuun isaa maal jechuu isaati' jedhan.

View File

@ -164,6 +164,7 @@
"07-17",
"07-21",
"07-23",
"07-28"
"07-28",
"07-30"
]
}