diff --git a/13/36.txt b/13/36.txt new file mode 100644 index 0000000..ac3bf99 --- /dev/null +++ b/13/36.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 36 Simi'oon Pheexiroosis 'yaa Gooftaa ati eessa deemtaa?' jedhee isa gaafate. Iyyasuusis 'Bakka ani amma deemuuf jedhuu ati ana waliin dhufuu hin dandeessu, booddee garuu na hordofta' jedheen. \v 37 Pheexiroosis 'yaa Gooftaa ani amma maaliifin si hordofuu hin dandeenye? Ani lubbuu koollee dabarseen si kenna' jedheen. \v 38 Iyyasuus 'Lubbu kee dabarsitee naaf kennitaa? Dhugaa, dhugaa sitti hima otoo kormaan hndaaqoo (lukkuu) hin iyyiin ati yeroo sadii na ganta' jedheen. \ No newline at end of file diff --git a/14/01.txt b/14/01.txt new file mode 100644 index 0000000..19aa961 --- /dev/null +++ b/14/01.txt @@ -0,0 +1 @@ +\c 14 \v 1 keessan hin raafamiin Waaqayyootti amanaa, anaattiis amanaa. \v 2 Abbaa kootii keessa kutaan jireenya baay'eetuu jira, otoobakkana ta'uu baatee ani isinittin hima ture ani bakka isiinif qopheessuuf achin dhaqa. \v 3 Anis yoodhan achi deemee bakka isiniif qopheessa, akka isinis bakka ani jiraadhu jiraataniif deebi'ee dhufuun ofitti isin fudhadha. \ No newline at end of file diff --git a/14/title.txt b/14/title.txt new file mode 100644 index 0000000..0801843 --- /dev/null +++ b/14/title.txt @@ -0,0 +1 @@ +Boqonnaa 14 \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 187ca25..8da8e39 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -296,6 +296,9 @@ "13-26", "13-28", "13-31", - "13-34" + "13-34", + "13-36", + "14-title", + "14-01" ] } \ No newline at end of file